Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

104: Ani fira hin qabuu akkamittiin hajjii godha?

Gaafii: Ani biyya Makkaatiin jiraa aanaa hin qabuu,fira hin qabuu akkamitti hajjii godha?

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii waa hunda dura wanni beekuu qabdu, dandeettiin dhalaa rahima qabaachu. Eega Makka keessa jiraattee dhalaa warra diin qabuu, ka amanamuu, ka bultii ijaaree qabuu wajjiin deemuu ni dandeessa. Warreen fagaatanii jiran akka Jiddaallee haa ta’uu, yookin akka madiinaa, akkuma san Riyaad lafa faffagoo akkanaa Rabbiin waajiba isaan irraa buuse. Walgeenyee yoo heddummaanne homaa hin qabu jechuun baaxili. Warra akkas isiniin je’u daliila isaanuma gaafadhaa.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam