Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

115: Dhalaa dalgaaf biyyaa baate fuudhuun ni tahaa?

Gaafii: Dhalaa dalagaaf biyyarraa dhufte fuudhuun kun akkami?

 

Deebisaa: Dhalaan dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee wahi kafartee? Yahuudaa wahi taatee? Nasaaraa taatee? Yoo ka akkasitti fudhattu taate tawbadhu. Intalti dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee intala Muslimaatii halaali. Qabxima tanallee obboleeyyan tee dhalaa Muslimaatti yaaduun kee dogongoraa Rabbi siif haa araaramu.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam