Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

120: Yeroo janaazaan mana jiru ifaa ibsuun hin tahuu?

Gaafii: Gaafa tokko bakka tokko dhaqeetiin, wayta meeytaan mana jiru dukkana keessa haa taa’uu ifaa hin ibsinaa je’anii dhagaye, wanti kun akkami?

 

Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; wanni ati garteefi wanni ati dhageesse sun aadaa jaahilaati. Yaada akkasiillee yaaduun hukmii shariaa irraa ala. Wannummaan maytaa/reefka/reeffa dukkana keessa kaayaniif maali? Dalagaa toltuun inni hojjate dukkana qabriillee akka isaaf ibsitu beeki. Tanaaf jecha waan akkasii dalaguun sun shariaa Islaamummaa keessa hin jirtu. Aadaa khuraafii warra suufiyyaatii beeki.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam