Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

124: Namni tokko badii dalaguuf yaadee yoo dhiise maal godhuu qaba?

Gaafii: Namni tokko Ramadaan keessa badii dalaga je’ee yoo irraa oole maaltu isarra jira?

 

Deebisaa: Ma’siyaan dalaga je’ee irraa ooluu isaatiif Rabbirraa ajrii guddaa qaba. Ajriitu katabamaaf. Ajrii guddaa qabaahuu. Tanaafuu hamtuu niyyatee Rabbirraa sodaatee uf qabuun ajriidha qabdi. Odoo Ramadaan qofa hin ta’in bakkuma hundattuu akkasumatti badii irraa uf qabuun waan Rabbitti isa dhiheessu irraahi.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam