Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

131: Horii fayyaa dhabe gubuun akkami?

Gaafii: Bakka dalagaa horii fayyaa dhabe ibiddaan guban naan je’anii maal naaf wayya?

 

Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; lukkuus haa ta’u, re’ees haa ta’u, horiis haata’u, gaalaas haa ta’u, ibiddaan gubuun haraami. Nabiin keenya ? ni dhoorke. Rabbii tokkicha malee ibiddaan namni tokkolleen nama hin azzabu. Tanaaf jecha yoo fedhan dachitti haa awwaalanii, yoo fedhan bineensaaf haa kaayanii malee ibiddaan gubuun haraam calladhaa ati didi. Yoo waan akkanaa ka si dirqan taate dalagaa san dhiisii deem.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam