Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

134: Sadaqaa bakkaan itti niyyadhe dhiisee bakka biraatti yoon sadaqadhe ni taatii?

Gaafii: Sadaqaa bakka takkatti niyyadhee, bakka itti niyyadhe sanitti naaf hin guutamnee bakka sanii yoo bakka biraa deeme maal qabdi?

 

Deebisaa: Badii hin qabdu. Sadaqaa niyyatte bakka feetetti kennuu ni dandeessa. Bakka itti niyyatte san qofatti kennuu dirqamni sirra hin jiru.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa