Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

142: Salaata walitti qabanii salaatuun ni tahaa?

Gaafii: Biyya Ommaan kanatti salaata Zuhriifi Asrii walumatti qabanii salaatan yeroo hedduu.

 

Deebisaa: Salaata yeroo takka takka yeroo shariaan walitti qabanii salaatuu hayyamte malee warri biyyaa akkanumatti salaata aadaa godhatanii jam’ii godhuun waan hin jirre.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa