Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

158: Daa’ima du’e awwaalaniiti moo osoo hin awwaalle irratti salaatan?

 

Gaafii: Namna tokko yoo ilmoon irraa duute, ilmoo tana osoo hin awwaalle irratti salaatan moo achi booda?

Deebisaa: Salaanni janaazaadhaa bifa lama qaba. Manatti takkaahuu masjiidatti osoo hin awwaalle irratti salaatu. Warri salaanni bakka lamaan tanaa dabre, waan dhalaa hin tahin qabritti eega awwaalan booda irratti salaatuu ni dandaya. Karaa lachuu rakkoon takka hin jirtu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam