Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

181: Janaabaa yeroo dhiqatan mataa fooxaa qofaan yoo Xaragatan ni tahaa?

Gaafii: Janaabaa akkamitti dhiqatani? Janabaa qaama dhiqatanii mataa ammoo fooxama qofaan xaragachoon ni ta’aa?

 

 

Deebisaa: Hin ta’u. Qeensi qeensaa, rifeensi rifeensaa, ka bishaan hin gahin yoo hafte qaama namaa irraa janaabaan sirratti haftee jirti hin dhiqatamne jechuudha. Kanaafuu seerri shari’aa guututti dhiqachuun sirra jiraa siin jedha.

 

Sheikh Alii Jimmaa