Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

197: Sharxiin Sujuudaa dubartii irratti akkami?

Gaafii: Sujuudni dubartootaa akkam ta’aa? Dubartiin tokko yoo sujuuddu cinaacha isiitiif ciqilee harka isii adda hin baasinii hin babbanatinii qaama isii jedhanii akkamii?

 

 

Deebisaa: Adaba salaataa keessatti ulamaan akkasumaa dubbatan. Dubartoonniniif dhiirri akka akka takka hin taane akka mummuraan qaama isaanii hin muldhanne of sattaratanii haa salaatanii; kun yeroo ajnabiyyaan isaan argu. Yeroo ajnabiyyaan isaan hin agarre ammoo akkuma rasuulli salaatetti salaatuu qaban. Garuu yeroo ajnabiyyaan isii argu adabaaf akkastu bareedaadha jechaa ulamaan lafa kaayanii jiran.

 

Sheikh Alii Jimmaa