208: Haadhaa fi Abbaa aakhramaniif Qur’aana qara’uun ni tahaa?

  • Home
  • Firummaa
  • 208: Haadhaa fi Abbaa aakhramaniif Qur’aana qara’uun ni tahaa?
Estimated reading time: 1 min

Gaafii:  Abbaan kiyya amrii ta’uu haati tiyya amrii taatuu yoon qur’aana qara’eef maaltu narra jira. Qur’aana qara’uun isaaniif gaha moo hin gahu?

 

 

Deebisaa:   Qur’aan hoggaa namni du’e wal gahee akkanatti qara’uu kana warri daliila cimaa hin qabne ni jira warri jedhus ni jira. Warri akka mazhaba Imaamu Shaafi’iitiin daliilfatan nuti warra fiqhiiti ufiin jedhanii warri waan akkanaa yaadus ni jira. Ammoo warruma nuti deeggartoota Imaamu Shaafi’iiti ufiin jedhu kana kitaaba Imaamu Shaafi’ii Ummii fii Rasaalaa keessa deebitee laalte imaamu Shaafi’iin warra yaada akkanaa dura dhaabbatu irraahi. Nama tokkoof wanni isaaf gahu waanuma inni gaafa jiru carraaqqate. Tanaaf jecha wanni beekuu qabnu Nabiin keenya gaafa addunyaa irraa deeman qur’aana qara’aniifii? Abu bakrii qar’anii ,Umarii, Usmaanii akkasumatti oofii aadaan tuni eegaa Nabiin keenya addunyaa irraa deemanii toora amata 500 booda aadaan tun karaa godhamtee kanaafuu bida’atti fudhannee waan kanarraa fagaachutu gaari.

 

 

 

Dr.Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 118

Kanas dubbisi

210: Haati ilmaan irraa Zakaa fixrii ni baastii?
203: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa godhuun ni danda’amaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *