Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

248: Dubartiin rifeensa tokkofachuun ni hayyamamaa?

Gaafii: Yoo namni tokko mataa tokkofate shari’aan islaamaa maal jetti? Keessatti yeroo heerumaa. Namni gariin haraama jedhaa.

 

 

Deebisaa: Yoo ummata kuffaaratti hin fakkaannee uf bareechuun heerumaaf ta’ee abbaa manaa ufiitiif ta’ee wanni dhoowwe hin jiru. Garuu waan shari’aan dhoowween uf bareechuun hin ta’u.

 

Sheikh Alii Jimmaa