Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

252: Salaatul Leeyiliin/ salaatni halkanii witrii malee ni tahaa?

Gaafii: Salaatul leeyliin yoo salaatamtu witriidhaan wajjiin ka jedhantu jiraa witrii malee ka jedhantu jiraa akkamii?

 

 

Deebisaa: Salaatul leeylii cufaahuu witrii godhaa jedhe Rasuulli ?. Salaata keessan ka leeylii witriidhaan cufadhaa jedhe. Garuu yoo galgala witrii goote salaata kankee halkanillee kaatee mirqaanteetuma hirriba dhabdee yoo lafaa kaate witrii halkan tokkotti lama deebisuu waan hin taaneef lamuma lamaan salaattee ufirraa dhiifta.

 

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa