Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

267: harka kiyya waa namuran sooma keessa akkamin ta’a?

Gaaffii: Yoo miila kiyya yookaa harka kiyya waa namuran sooma keessa salaataa fi aoomni kiyya akkamin ta’a?

 

 

Deebisaa: soomnileen homaa hin ta’u Salaataaf ammoo akka bishaan bakka sani hin buunee yoo ka si rakkisu ta’e bakka madaa sani biyyee irra haxaawi. Yoo ammoo akka gaarii bakka sani  waa itti maxxanfamee jiraaate gubbaa irra bishaan jiidhaa irra dabarsi. Xiqqoma tokko irra haxaawii qaama birraa wudu’adhutii bakka sani bishaan jiidhaa irra xuqii dabarsii.

 

 

 

Sheik Alii Jimmaa