Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

275: Sujuudussahwii booda tashahhudni jiraa?

Gaafii: Salaata keessatti dogongoree sujuudussawhii dhufeenii sujuudussawhii sani boodas deebi’ee attaahiyyaata taa’e.

 

 

Deebisaa: Inuma salaammata humaa hin qabu. Sujuudussawhii lammataa itti hin deebi’uu tama duraa santi isaaf gahaa. Attahiyyaata qara’uu isaa hoggaa uf arge salaamata baafatee salaata irraa baha.

 

 

Sheikh Abdurahman Shariif