Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

306: Zakaatal Fixrii namni biraa namarraa baasuun taatii

Gaafii: Nama tokko  ka zakaatal fixrii ufirraa baasee hin jirre ka abbaan isiillee irraa baasee kafiilli isiillee irraa baase akkamii?

 

 

 

Deebisaa: Keyriidha dacha dachaa ta’uun humaa hin qabu. Garuu zakaatal fixrii namuma tokkotu namarraa baasa. yookaa kafiila haa ta’uu yookaa abbaa kankee ta’uu jechudha.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa