Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

317: Namni wal dhabee wal buruqse akkam godha

Gaafii: Intala takkaan gabaa keessatti waldhabnee haatillee intala irra gortee natti kaatee intaltillee na burqistee jennaan isiif haadhallee walirumatti burqusee biraa deeme; amma biyya biroo deemee, manguddittiin hogguu san lafa dhooftee gaggabdee achitti biraa deemee akka haadha tiyyaa natti fakkaattee garaan na bade.

 

 

 

 

Deebisaa: Waan burqisteefillee kafali kaa. Mallaqa abbaa keetitti ergii baasii warri hospitaalatti baase kafali. Du’aa’iillee godhiif

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa