Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

328: Namni harka mirgaa hin qabne bitaan qaluu danda’aa?

Gaafii: Yoo harki mirgaa dhukkubsataa yookaa citaa ta’ee bitaadhaan qaluu ni danda’aa?

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo namni sheekhaa hin jirre, yoo namni qalma beeku isa malee hin jirre, harka bitaatiinillee qaluun ni taatii, humaa rakkoo hin qabu.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa