Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

353: Dhiirri intala fuudhuuf ta’u woliin hariiroo akkam qabaata?

Gaaffii: namni tokko intala takka fuudhuuf yoo mataa kheeysaa qabaate ta kheeysaa rabbiitu isa beeka, intala tanaan koottu wojji yaanee mana nyaataa dhaynee kaafteeriyaa takkaahuu bakka hojjaa itti dhugan  shaayii itti dhugan dhaynee achitti haasoyna yoo jedheen akkam?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: namni lama ka bultii wojji ijaarachuuf deemu yeroon jarri kun wol arguu dandahu yoo dhuguma sanii deeman daqiiqaan shan kudhanilleen numagaha. sunis mana worra intalaa dhaqee hulaa kophaa seenee tokko bira taa’ee rahima isii irraan intala takka laallachuu danda’a. Akkumasan yoon intalti worra isii bira hin jiraanne,  ganda tokko ka amantu dhayxee gurbaan tokko achitti dhufee ol seenee namni bira jiraatee ulaa banaa kaayanii woli ilaallatiinsa daqiiqaa shan bira hin kutne  wonni inni ilaallatu silaahuu fuula taan haasawaan fixani daqiiqaan hangi kun ni gaha jechu. Ammoo karaan mana nyaataatiifi kahwaa (bakka bunaa) waan akkanaa achitti dhaynee haasoyna jechuun kuni baaxili

Dr. Liwaa’ul Islaam