Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

356: Dhiirri intala takka kophaa dubbisuun akkam?

Gaffii: namni tokko ka dhiiraa takkaahuu dardarri worra qabaatuu qabaachuu baatuu intala takka ta fuudhuun isaa halaalii manatti yaamee koottu woliin haasoynaa yoo jedhee kophaa woliin taa’e dandayaa?

 

 

 

 

Deebisaa:namni tokko intalti inni manatti yaamee wojjiin haasayuu dandayu dhalaa inni fuudhuun isarratti haraamii qofa . Ta adeeraa , ta haboo, ta adaadaa , ta eeysumaa, akkuma dhalaa biraati mana isaatti yaamee isii woliin taa’uun dhoorkaadha.

 

Dr Luwaa’ul Islaam