Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

383: Qur’aana gubuun akkam?

Gaaffii : worri an bira dalagu quraana gubi naan jedhanii anilleen gubuu didee dirqiin na gubsiisanii maali hukmiin ?

 

 

 

 

 

Deebisaa: ulamaan irratti wolkhilaafanii jiran . Gariin gubuu jedha gariin awwaaluu woyya jedhan . Yoo quraanni kun itti taphatamee bakka ijoolleen irra ijjattuufi namni kopheen irra ijjatu taate gubanii sattaruun bareedaadha, yookaan awwaalanii sattaruun bareedaadha

 

Sheikh Alii Jimmaa