Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

390: Intalti abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa jala dabarte akkam?

Gaaffii: intalti tokko abbaa isii diddee gurbaa kaafiraa tokko jala dabartee abbaan isiillee irraa dhoowwee dadhabee akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo abbaan irraa dhoowwuu dadhabee haga danda’u tattaafatee jedhe, maasiyaa fi diliin isiidhuma irratti deebi’a malee gara biraa hin deemu

 

Sheikh Alii Jimmaa