Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

396: eega fincaanee wudu’adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata

Gaaffii : eega fincaanee wudu’adhee salaata seene waan fincaan narraa bahan natti fakkaata?

 

 

 

 

 

Deebisaa: fakkaataan hin taatu shakkii hin barbaachisu . Yoo dhugumaan waan eega ati wudu’attee kaate sirraa bahan fakkaate irraa bahiitii salaata keetirraa qulqulleeffadhu garuu san dura wonni sii gaariidhaa akka gaarii goggoyfachuun barbaachisaadha, haga fincaan sirraa dhumatutti goggoyfachuun dirqama jechuudha

 

Sheikh Alii Jimmaa