Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

404: Ramadaana keessa of tuttuqee maniyyiin narraa bahe akkam?

Gaaffii: yoo maniyyiin narraa bahe ramadaana keessa qaama kiyya tuttuqee jennaan narraa bahee maaltu narra jiraa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: guyyaa ramadaanaa yoo taate guyyaa san qadaa baasuu qabda wonni biraa homaa sirra hin jiru . garuu soomata ramadaanaa balleessuu keetiif dilii argatta

 

Sheikh Alii Jimmaa