Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

406: Abbaan kiyya manaamaan natti dallana?

Gaaffii: abbaa kiyyatu manaamaan argee yeroo hedduu kan natti dallanu argaa maalin godhuu qabaa

 

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo ati waan hamtuu godhaa jiraatte rabbi abbaa kankee sitti dallansiisa , yoo ati waan hamtuu irra jiraatte hojii hamtuu dubbii hamtuu , ajnabiin dubbachuu , maalaaya’inii oofuu , haraama dalaguu keessa yoo jiraatte abbaa kankeellee rabbiin sitti dallansiisa alaamaa rabbiin sitti dallanuu si garsiisa kanaafuu haraama irraa fagaadhuu ,waa hunda irraa fagaadhuu , rabbii kankee sodaadhu yeroo qofaa jirtuttillee rabbi abbakeellee sirra jaallachiisee ofiillee sirraa jaalata inshaa allaah waan abbaan namatti dallanuuf alaamaa rabbiin nama garsiisutu jira manaamni kunilkeen alaamaa hedduu irratti akka namni qajeelee gama rabbii deebi’u namaaf sababaa taha jechu

 

 

Sheikh Alii Jimmaa