Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

421: Aamiinii faatihaa booda jedhan ol fuudhuuf gadi qabuun akkam?

Gaaffii: Aaminii faatihaa boodaan jedhan san olfuudhuuf gad qabuu keessatti hukmiin maalii?

 

 

 

 

Deebisaa: Ka salaata halkanii oluma qabanii aamiin jedhanii ka salaata guyyaa ammoo akkuma faatiyaa gad qabnee qaraanutti aamiiniillee gaduma qabna.

 

Sheikh Alii Jimmaa