Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

443: Harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa?

Gaaffii: Harka mirgaatiin nyaata qabadhee yoo jiraadhe harka bitaatiin dhuguu ni danda’aa?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Nyaachuun dhuguun harka mirgaa qofa harka bitaatiin shariyaan hin hayyamtu. Rasuulli Rabbii ? abaaree jira nama harka bitaatiin nyaate yookaa harka bitaatiin dhuge.

 

Sheikh Alii Jimmaa