Gaaffii: Hukmiin azaanaatiif iqaamaa maalii?
Deebisaa: Hukmii azaanaaf iqaamaa kilaafatu keessa jira. Garuu sharxii salaataa keessa hin jruu, waan salaata balleessu keessa hin jiruu. Fayyaa salaataa waan dhoorgu hin qabu. Waan salaata ittiin beeksisan tokko waan ta’eef azaanaaf iqaamaan jiraachuun dirqama. Garuu yoo dhabames namni osoo Azaana hin godhin yoo salaates salaata hin balleessu. Ammoo azaanaaf iqaamaan jiraachuun akka malee barbaachisaadha jedhan ulamaan islaamaa.
Sheikh Alii Jimmaa