Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

452: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?

Gaaffii: Akkamitti nama islaama hin ta’in wajji nyaadhaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo dandeette irraa fagaadhu.nama shariyaa Rabbiitiif diinii Rabbii irra hin jirre itti hin saahiboomin wajjiin hin nyaatin jechuun adaba shariyaan gorse keessa jirti. Maaliif jennaan maqaa Rabbii si hin yaadachiisuu, zikriidhaaf keeyrii akkanaallee si hin yaadachiisu. Yoo ammo nama da’awaa itti godhaa jiraattu taate, nama isaaniif qajeeluminaaf gara keeyrii tokkotti waa godhaafii jirtu taate humaa rakkoo hin qabu.

 

Sheikh Alii Jimmaa