Deebisaa: Harmi qulqulluudha. Harmi najaasummaa hin qabuu xaahaaraa qulqullicha. Rabbitu halaala godhee humaa hin qabu. Yoo huccutti bu’eellee waa takka hin qabu.
Sheikh Alii Jimmaa