Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

459: An Islaamummaa qabannaan maatiin kiyya na miidhuu eegale

Gaaffii: Maatiin kiyya waan an islaameef jecha na miidhutti jiranii anillee yeroo garii haqqii isaanii balleessutti jiraa akkam godhaa?

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: Haqqii isaanii haga dandeetteen hin balleessin, waan isaan itti si yaamaniif waan isaan irratti dhiibbaa sitti godhan ee hin jedhi waan gara islaamummaatiif waan gara amantii irraa bahuu waan gara heeruma keetii sumatu nama islaamaa shariyaa islaamaa gaafatee jala deemmata malee, isaan ammo gargaarsaaf waan isaan hajamaniin bira dhaabbadhu islaama ta’uullee haa  baatanii.

Sheikh Alii Jimmaa