Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

486: Salaata keessa yoo dhuufan salaatni ni badaa?

Gaaffii: Namni tokko yoo salaata keeessa hafuura wudu’a cabsu baafate, salaata san itti guuttata moo salaata san dhiisee wudu’a godhataa?

 

 

 

 

Deebisaa: Salaatni awwala hafuurri baheenuu cabee jira wudu’atan malee salaatni namaa fayyaa hin ta’u.

 

Sheik Alii Jimmaa