Gaaffii: Namni tokko qur’aana ni beekaa isatu namaan salaataa garuu sijaaraa xuuxaa yookaa caatii nyaataa akkam taanaa?
Deebisaa: Caatiif sijaaraan isaa mataa isaa gubbaadhaa dilii isaatii isin itti hidhattan salaatuun salaata keessan hin balleessu. Yoo ammoo nama qur’aana beeku ka sijaaraa hin xuuxne ka caatii hin nyaanne argattan irra isinii caalaadha.
Sheik Alii Jimmaa