502: Akkamitti maatii kiyya hijaaba irraa waa hubachiisuu danda’a ?

  • Home
  • Dubartii
  • 502: Akkamitti maatii kiyya hijaaba irraa waa hubachiisuu danda’a ?
Estimated reading time: 1 min

Gaaffii: haga rabbiin biyya arabaa keessa taa’i naan jedhe taa’e ammoo gara biyyaatiin deebi’uu fedha ,akkasitti worra keenyatti godheetiin , ani haala durii miti amma waa baradhe hoggaan dhufu abaayaa kiyyaa fi hajjabadhee dhufaan na beekaan jedheen tanaafi haati tantoo worri keenya cuftinuu nun qaanyeysin nama meeqatu sirratti salaammachuu dhufa ija hamtuudhaan nu laalanii akkana jettee hijaabaan nutti hin dhufini hogguma dhufte booda deeffattaa naan jedhan

 

 

 

 

Deebisaa: waa hunda dura wonni ati beekuu qabdu ,eenyutu hijaaba kana godhutti na ajajee qofa beeki . haadha teeti moo , abbaa keeti moo , lammii teeti moo , gosa teeti moo , saba keeti moo , shanyii keeti moo , jaarsa keeti? . Rabbii tokkicha deebisaan akkasi . Nabiin akki jedhan ﷺ “worreen banii aadam akka keetii waan rabbiin hojjadhu siin jedhe hojjachuu dhiiftee banii aadam hin gammachiisin , waan rabbiin irraa si dhoorge dalagdee ummata gammachiiftee rabbii kee hin dallansiisin”  tanaaf jecha ‘ ani wonniin waa baradhe waan san hojii irra oolchuufi ka fedhe akka kiyyatti haa hajjabatu huccuun tiyya lubbuu tiyya anatu irraa gaafatama islaamummaan tiyya anuma laalti , tanamaatti hin seenne ,an akkasittiin dhufa , nutti hin dhufin yoo jettanis bakka biraattiin isinirraa bu’a ‘ akkanuma jedhiin . yookaan ammoo akkaan hajjabadhee an dhufu na beekaa, obboleeyyan tiyya malee , eessumman tiyya malee, adeerran tiyya malee, akaakoolee kiyya malee , ilmaan haboo , ilmaan adeeraa , ilmaan adaadaa tokkolleen akka duriiti wol dhungachuun hukmii shari’aa keessatti ani baradhe ani haraami waan tana beekaa jedhiitii mataa ol qabadhuu deemi yoo ati immoo mataa kee ol qabattee rabbii jecha if qabde  rabbi akka sibira dhaabbatee ummata kana amansiisu beeki tanaafuu akkasittiin dhufaa san mataa kee ol qabadhuutii deemi rabbiin irra si haa aansu duuba.

 

Dr. Liwaa’ul Isalam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 419

Kanas dubbisi

506: Yeroo heeydii qabutti Qur\’aana qara’uu danda’aa?
500: Dhiiga narra jiru yoo ittiin salaate maal godhuutu narra jira ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *