Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

525: Maallaqa karaa abbaan maallaqaa hin beeyneen deebisuufiin ni taatii?

Gaaffii: Nama tokko ka mallaqni isaa osoo hin beeyne na seena karaa inni hin beeyneen kunnuufii ni danda’aa moo masjiida geessa?

 

 

 

 

Deebisaa:  Ee ni dandeessa. masjiida hin geessiinii eega abbaa ka beeytu taate yaa aboo horii kanatu akkanatti na waliin deemee hoo jedhii ufirraa kenniif. Yoo ka sodaattu taate karaa inni hin beeyne saniin kenniif.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif