Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

531: Ilmoo garaa bu’ee du’aa’ii godhuun danda’amaa?

Gaaffii: Niitii takka yoo ilmoon garaa bu’e ilmoon sun baatii shanii jaha ka geette du’aa’ii godhuun ni danda’amaa? Irratti salaatuun ni danda’amaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Haadhaaf abbaa isaatiif du’aa’ii godhani. Irratti salaatuun hin barbaachisu ima awwaalan. Wanti na gaafataniif taasi’aa barbadan. Taasi’aan shariyaa islaama keessa hin jirti moo hin jirtuu, hin jirtu.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif