Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

546: Manguddoonni umrii isaaniitiin walqabatee soomuu hin dandeenye maal godhuu qaban?

Manguddoon yookaan namni sababaa umriin isaa deemeef soomanuu hin dandeenne, akkasumas namni dhukkuba akka sukkaraa (diabetes) qabu kan nyaata irraa obsuu hin dandeenne nama biraa nyaachisuu qaba. Galgala hunda nama biraa kan waan nyaatu hin qabne nyaachisuu qaba, yokaan ammoo nama muslimaa kan waa hin qabneef nyaata isaa irraa walakkaa sa’aa kennuu qaba. Deebisaa guutuu sagalee irraa dhageeyfadhu.

Dr. Jeeylaan H/Khadiir