Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

659: Ilmaan Abbeerotaa wal fuudhuun haraami moo halaali?

 

Ilmaan Abbeerotaa, ilmaan Adaadaa ykn Haboo waliif ajnabiidha. Wal fuudhuu mirga qaban. Yoo wal hin fuune ammoo walirraa hajjabachuun dirqama. Irra hedduun namaa waan kanarratti hedduu dogongoran. Aadaafi amantiin waan adda addaati. Akka shari’aa Islaamaatti ilmaan Abbeerotaa waliif ajnabiidha. Wal fuudhuu ni dandahan.

 

Dr. Liwaa’ulislaam