Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

98: Ajnabii wajji Whatsapp irratti Qara’uun akkami?

Gaafii: Dhalaaf dhiirti karaa whatsap garee takka keessatti qara’uun akkami rakkinna qabdii?

 

 

Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii akka an yaadutti Whatsapp namni biyya biyya jira. Wanni nama walitti fidu sagalee qofa. Waan sagalee kana cinaan dhalaan dhiirarraa rakkoo hin himanneen, waan dhiirti dhalaarraa rakkoo hin himanneen, jarri kun mana tokko keessa bakka namni ijaan wal argu hin jiruu, sagaleen barachuun, kalaama Rabbii afaaniin qara’uun waa takkallee hin qabdu.

 

 

Dr. Liwaa’ul Islaam