67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo Rabbii waa natti kennee gargaaruu fedhe. foon kiyyarraa aanaa kiyyarraa, namni gargaarsa haqa godhatu eenyuu?

 

Deebisaa: Yaa gabricha /gabrittii Rabbii, namni dura gargaarsa gootuuf haadhaafi abbaa keeti. Abbaa kee durallee haadha teeti. Yoo wanti ati gargaarsa jettee fudhattu zakaa fa’a taate, haadhaa abbaa kee irratti zakaa hin baafatin. gargaarsatti ammoo isaan lachuu haqa godhatu. Achi boodaan obboleeyyan kee, haboo tee,  adeera kee, eessuma kee. Kana boodaan rakkataa cufaaf sadaqachuu dandeessa.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 222

Kanas dubbisi

68: Jaarsa Adaadaa tiyyaa harka fuudhuun naaf hayyamamaa?
47: Mana yataamaa seenanii nyaachuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

1 thought on “67: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?”

Leave a Reply to Zakariya Ahmed Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *