Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

69: Azaana Maghribaa ykn Ishaahii dura sunnaa salaatuu niin dandayaa?

Gaafii: Azaana  Maghribaa takkaahuu azaana Ishaahii dura sunnaa salaatuu ni danda’aa?

 

Deebisaa: Sunnaan Maghribaan duratti hin jiru, Ishaaii durattillee hin jiru. Yoo masjiida ol seentee akkanumatti sunnaa sunneeffadha jette humaa hin qabu. Maghribaan boodatti garuu sunnaan ni jira. Ishaaii boodas ni jira. Salaata shanan keessatti kudha lamatu jiraa kudha lamaan keessaa tokko ka Ishaaii boodaatiifi ka Maghriba boodaati.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam