Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

83: Huccuu yeroo haydii uffachaa turaniin salaatuun tahaa?

Gaafii: Intalti dhalaa takka yeroo haydiin itti jirtu huccuu uffachaa turte hoggaaniifi xahaaratte hucccuu saniin salaatuu ni dandeessii?

 

Deebisaa: Yeroo haydiin isinitti jirtu huccuu qaamarraa qabdan waan dhiigni hin xuqiniin, waani fincaan hin tuqiniin, waan udaan hin tuqiniin ittiin salaatuun halaali. waa takkallee hin qabu. Huccuu san dhiignilleen yoo tuqee irraa dhiqxa. Yoo mallattoon laalchatti irratti hafellee rakkoo hin qabu.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam