Press Ctrl/Cmd + P to print
or save as PDF

50: Zakaa namaan walitti baasuun danda’amaa?

Gaafii: Zakaa kana yoo ka’ee obboleettii tiyyaan waliin walirratti baase ni taati naan je’anii dubbiin tun akkami?

 

Deebisaa: Yoo obboleettii tee wakkalattee zakaa haganaattu narra jiraa naatu siif kafalaa narraa baasi jetteen halaali; waa takka dhoorkaan hin jiru. Zakaan ka kennamu baatii sadiifi baatii jahaa miti. Amata irratti. Horiin keetis qulqullummaan irraa baafamuu qaba akka Rabbiin jaalatutti.

 

Dr. Liwaa’ulislaam