17: Zakaatal Fixrii mallaqa(Qarshii) baasuun danda’amaa?

  • Home
  • Zakaah
  • 17: Zakaatal Fixrii mallaqa(Qarshii) baasuun danda’amaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Zakaatal fixrii abbaa kiyyarraa baasuudhaaf natu sirraa baasaa Abshir jedhee abbaa kiyyarraa baase. Horiin baase kun maallaqa, qamadiif ruuza hin baafnee. Horii kana yoo baasullee Riyaluma kudhan baase. Akkam seerri kun?

Deebisaa: Ta duraa, Abbaa kee irraa baasuu ni dandeessa wakiila taatee irraa baasuu ni dadeessaa. Ammo akka kilaafni xiqqoon keessa jirutti, waldhabbiin gara ulamaa jechuu kiyya, midhaan baasutu irra caalaadhaa horii baasuun hin ta’uu jedhametu jira. Ka dabreef Rabbi irra nuuf haa dabruu jennaa, ta sii achiitiif akka midhaan malee horii hin baafnee ofirraahis abbaa keetirraahis jechu dha in shaa ALLAAH.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 5
Views: 633

Kanas dubbisi

18: Zakaatal Fixrii Nama mallaqa qaburraa baasuun danda’amaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

1 thought on “17: Zakaatal Fixrii mallaqa(Qarshii) baasuun danda’amaa?”

Leave a Reply to Mustefa Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *