Tag: Attahiyyaata

501: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akkam?

Gaaffii: Nama tokkotu nuun salaata ijoollee dardaraati , yeroo salaatu miila isaa lamaan kana duubatti akka masqalaa wolirra kaayee irra taa’a ,akki kun ni tahaa?           Deebisaa: dura nuti salaata keessa arkaanaa fi waajibaata adda haa barannuu! waajibaata jechuun waan yoo beekaa dhiisan salaata balleeysu , yoo irraanfiin nama irraa arkamte …

501: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akkam? Read More »

348: Waajiba, Arkaanaa fi Sunnaan Salaataa akkami?

Gaafii: Sunnaa salaataallee, waajiba salaataallee, arkaana salaatallee nuu himaa?           Deebisaa: Sunnaan salaataa lamatti qoodamti; tokko ka hujiiti, tokko immoo ka jechaati. Wanni sunana jadhan ka hujiidhaan hojjatamtu salaata keessatti sunnaa salaataati wanni jedhan, ka yoo isii dhiisan salaata namaa hin balleessine, akka waajibaataa fa’a, yookaan akka arkaanaa fa’a, ka salaata …

348: Waajiba, Arkaanaa fi Sunnaan Salaataa akkami? Read More »

338: Ruku’arratti salaata dhaqqabachuun akkam?

Gaafii: Yoo salaata ruku’a irratti dhaqqabadhe akkamii?     Deebisaa: Yoo ruku’a irratti dhaqqabatte rakkoon hin jiru. Faatihaa dhaqqabachuu baattullee, osoo inni oli hin jedhin yoo dhaqqabatte rakkoon hin jiru. Namni salaata walakkaa irratti dhaqqabate, akkuma imaamni jiru sanitti, yoo imaamni attahiyyaata irra jiraate attahiyyaatuu waliin ta’aa. Garuu bakki inni salaata irraa hisaabbachuu jalqabu dhaabbii …

338: Ruku’arratti salaata dhaqqabachuun akkam? Read More »

275: Sujuudussahwii booda tashahhudni jiraa?

Gaafii: Salaata keessatti dogongoree sujuudussawhii dhufeenii sujuudussawhii sani boodas deebi’ee attaahiyyaata taa’e.     Deebisaa: Inuma salaammata humaa hin qabu. Sujuudussawhii lammataa itti hin deebi’uu tama duraa santi isaaf gahaa. Attahiyyaata qara’uu isaa hoggaa uf arge salaamata baafatee salaata irraa baha.     Sheikh Abdurahman Shariif