415: Sunnaawwan salaata zuhuriitiifi asrii akkam?

Gaaffii: Sunnaan salaata zuhrii duraa afur jechuu dhagayee akkamitti salaatanii? Afran walitti dhaaba moo addaan mummuraa? Ka asrii hoo akkam fakkaata? Azaana dura salaatan moo azaana booda?           Deebisaa: Raka’aa lama lamaan salaatan. Walitti hin dhaabanii addaan mummuran. Lama salaattee salaamtaa baafattee lama ta biraa salaatta ammallee. Asrilleen akkasuma. Eega Azaanan …

415: Sunnaawwan salaata zuhuriitiifi asrii akkam? Read More »