64: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 64: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?

 

Deebisaa: Walumaa galattuu zikriin wasana hin qabdu, yeroo hin qabdu, zikriin ganamaa hogguu si kutte guyyaan ati keessa jirtu hamma hin dhumnetti yeroo feetetti Rabbii kankee zakkaruu dandeessa.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 319

Kanas dubbisi!

77: Haadha warraa hin salaanne wajji jiraachuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top