336: Intala zinaan dhalattee, eenyutu nikaya godha?

  • Home
  • Dubartii
  • 336: Intala zinaan dhalattee, eenyutu nikaya godha?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Intala takkatu butamee haraamaan intala takka dhalte. Intalti sun amma intala ufii fudhattee jalaa baqattee, intalti zinaan dhalatte tun amma heeruma geettee. Intala tana eenyutu nikaha isii godhaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Eeysuma isii ta’ee, obboleeyyani isii ka garaa abbaa ta’ee nikaha godhuu ni danda’an yoo qaadiin hin jiraannee.

 

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 297

Kanas dubbisi!

340: Diliin intala gara biyya araba erguu, eenyurra jira?
333: Dhiqannaan dhiiga aadaa akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top