528: Namni tokko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?

  • Home
  • Salaata
  • 528: Namni tokko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Namni tokkko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?

 

 

 

 

Deebisaa: Tayamuumee salaata. Tayammuuma godheeti salaata. Egeri yeroo bishaan aragate ni dhiqata. Salaata taymuumaan salaate sanillee wayta bishaan aragate hin deebisu.

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 16
Views: 1194

Kanas dubbisi

532: Ruku’arraa akka ol jedhaniin imaamni gariin wonti qara’u maali ?
527:  Salaata gabaabsuun yoom eeyyamama ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

1 thought on “528: Namni tokko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *