686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?

  • Home
  • Hukmii Addaa
  • 686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?
Estimated reading time: < 1 min

 

Daa’ima dhalatte irraa rifeensa haaduun waanuma Nabiin keenya (SAW) itti nu ajajani. Daa’imni dhalattee torbaanitti, rifeensa mataa irraa haaduun, maqaa baasuunii fi haqiiqaa irraa baasuunis waanuma Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- itti nu ajajani.

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 3
Views: 326

Kanas dubbisi!

689: Namni saayyidul istighfaar Qara’u isii qofaan Jannata ni seenaa?
664: Hoteela foon booyyee itti gurguramu keessa hojjachuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

0 thoughts on “686: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top